Matthew 25:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
keessummaa te'eelle na hin fudhanne; daareelle na hin uffinne; dhibameelle, hidhameelle isin na hin gaafanne’ hin jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gaafa anini keessuma na bulchu diddani, ka anini daara qabu daara na baasu diddani; gaafa anini fayyad'abe hid'aansa keesa jiru na ilaalu diddani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
gaafa anin keessummaa na bulchuu diddan, ka anin daara qabu daara na baasuu diddan; gaafa anin fayyaa dhabe na gaafachuu diddan, anaa hidhaansa keessa jiru na laaluu diddan’ isaaniin jedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Keessummaa ta'ee na hin keessummeessine, daaree daara na hin baafne, dhibamee, hidhameellee na hin gaafanne› jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Keessummaa ta'ee na hin keessummeessine, daaree daara na hin baafne, dhibamee, hidhameellee na hin gaafanne› jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Keessummaa ta'ee dhufee ture, ana hin simanne, mana keessantti daaree ture, ana hin nyaachifnne, dhukubbisadhee, dhidhamee'llee ture, isin ana hin gaafanne› » jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
keessummaa te'eelle na hin fudhanne; daareelle na hin uffinne; dhibameelle, hidhameelle isin na hin gaafanne› hin jedha.