Matthew 25:45 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mootichi deebisee, ‘Ani dhugumaan isinitti hima, worra mara caalaa didiqqa'aa kana keessaa tokkoof waan hin godhiniif, analle'eef hin goone’ isaaniin hin jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'uuni, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, yo isani worra didiqa kana qarqaaru diddani, yayu nale qarqaaru diddani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii, ‘Dhuguma, waan anin isaniin jedhu, isan yo warra didiqqaa kana qarqaaru diddan, yaayyu nallee qarqaaruu diddan’ jedhaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san mootiin deebisee, ‹Ani dhugamaan isiniin jedhaa, worra maraa caalaa didiqqaa kanniin keessaa tokkoof waan hin gooneef, naafillee ammo womaa hin goone› jedhee isaanii deebise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san mootiin deebisee, ‹Ani dhugamaan isiniin jedhaa, worra maraa caalaa didiqqaa kanniin keessaa tokkoof waan hin gooneef, naafillee ammo womaa hin goone› jedhee isaanii deebise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nugusichi'llee, ‹dhugamaan isiniin jedha, kanniin obboleeyyan kiyya keessaa gad aanaa ka ta'e tokkomaafuu wonitti raawwattan marrinuu, akka waan anaaf raawwatiniiti› isaaniin» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi deebisee, ‹Ani dhugumaan isinitti hima, worra mara caalaa didiqqa'aa kana keessaa tokkoof waan hin godhiniif, analle'eef hin goone› isaaniin hin jedha.