Matthew 25:46 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri kun gara muraa bara baraa, worri balchooleen ammoo gara jiruu bara baraa hin deeman” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra kana gara gaargala ind'umanne ergani, worra d'uga gara jireenna ind'umanne ergani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra kana gara gaargala hindhumannee ergan, warra qajeelaa gara jireenna hindhumannee ergan” injedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri kun gara adabbii bara baraa, qajeellonni ammo gara jireenna bara baraa galan» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri kun gara adabbii bara baraa, qajeellonni ammo gara jireenna bara baraa galan» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kanaaf, kunniin gara adabbii ibidda bara baraa yoo deeman, qulqullaayoman garuu gara jireenna bara baraa ni deeman.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri kun gara muraa bara baraa, worri balchooleen ammoo gara jiruu bara baraa hin deeman» jedhe.