Matthew 25:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Halkan wodhakkaa ammoo qoonqoo guddo'oon, ‘Waajibichi Kunoo ti! Isa fudhatiisaaf baya'a!’ waamichi jedhu dhage'ame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani guddo qonqooni d'ufte, Abbaani fuud'a kana, koota isa arga jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Halkan guddoo qoonqoon dhuftee, ‘Abbaan fuudhaa kanaa, koottaa isa argaa’ jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa halkan qixxee ta'e laagaa gudda'aan, ‹Idaayyaan Kunooti! Isa reebbachu'uuf bayaa'a!› jedhu dhagayame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa halkan qixxee ta'e, laagaa gudda'aan, ‹Idaayyaan Kunoo ti! Isa reebbachu'uuf bayaa'a!› jedhu dhagayame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Halkan qixxee yoo ta'utti garuu, ‹kunoo ka fuudhu galee jira! Baya'aatii simadha'aanii!› Wocinni jedhu ni dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Halkan wodhakkaa ammoo qoonqoo guddo'oon, ‹Waajibichi Kunoo ti! Isa fudhatiisaaf baya'a!› waamichi jedhu dhage'ame.