Matthew 25:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Durri gowwooleen sun worra qaroole'een, ‘Issaan keenna waan dhaamaaruuf, zayitii teessan irraa diqqoo nuu kenna'a’ jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gowoleeni taani waan qaro taaniini jette, D'ad'a nu ch'obsa; ifseeni teenna d'aamu jirti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gowwooleen taan qaroolee taaniin, ‘Ibseen teenna dhaamuu jirtii, saleeddii nuu cobsaa’ jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ceem'aaleeyyiin sunniin worra qalbi qabeeyyi'iin, ‹Ibsaan keenna waan dhaama'aaruuf sayitii keessan irraa diqqoo nuu kennaa'a› isaaniin jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri ceem'aaleeyyiin sunniin worra qalbiqabeeyyi'iin, ‹Ibsaan keenna waan dhaama'aaruuf, zayitii keessan irraa diqqoo nuu kennaa'a› isaaniin jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Shamarran gowoonni qaruutewwaniin, ‹Ibisaan keenna baduu isaa waan ta'eef, yabo'oo bobayaa keessan irraa nuuf kennaa› isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Durri gowwooleen sun worra qaroole'een, ‹Issaan keenna waan dhaamaaruuf, zayitii teessan irraa diqqoo nuu kenna'a› jedhaneen.