Matthew 25:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Durri qarooleen deebisanee, ‘Waawwo'o! Nu'uu fi isiniif ta geettu hin jirtu. Worra gurguru bira dhaqa'aatii bitadha'a’ jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarooni taani waan jetteeni, Hiyyo, wolti nu ingahu, beena bitad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qarooleen taan, ‘Hiyyoo, walti nu hingeettuu, beenaa bitadhaa’ jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qalbi qabeeyyiin ammo deebisanii, ‹Wa'a! Ka nu'uu fi isinii gayu hin jiru. Worra gurguru bira dhaqa'aatii bitadhaa'a!› jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qalbiqabeeyyiin ammoo deebisanii, ‹Wa'a! Ka nu'uu fi isinii gayu hin jiru. Worra gurguru bira dhaqa'aatii bitadhaa'a!› jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Shamarran qaruuteewwan garuu, ‹nu'uuf isinii bobayaa gayu hin qabnnu. Kana irra gara dukkaanaa deema'aatii bobayaa isiniif ta'u bitaa!› jechu'uun, isaaniif ni deebisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Durri qarooleen deebisanee, ‹Waawwo'o! Nu'uu fi isiniif ta geettu hin jirtu. Worra gurguru bira dhaqa'aatii bitadha'a› jedhaneen.