Matthew 26:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus dubbii tana mara dubbatee fixeen duuba, barattoota ifiitiin,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni barsiisa tana ch'ufa hobaamnaani, inni waan jara ufitiini jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus duubbii tana cufa hobbaamnaan, jara ufitiin,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus haga dubbii kana maraa dubbatee fixeen maayessa darasoota ufiitiin,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus dubbii kana maraa dubbatee haga fixeen maayessa, darasoota ufiitiin,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus barsiisa kana maraa barsiisee yeroo xumuretti, barattoota isaatiin akkana ni jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus dubbii tana mara dubbatee fixeen duuba, barattoota ifiitiin,