Matthew 26:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hiyyeeyyiin yennaa mara isin woliin jiran, ani ammoo yennaa mara isin woliin hin jiraadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyeeyiini guyya ch'ufa isani woliini jirti, ammo anini guyya ch'ufa isani woliini injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hiyyeeyyiin guyyaa cufa isan waliin jirti, anin ammoo guyyaa cufa isan waliin hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyiin hennaa maraa isin woliin jiran; ani ammo hennaa maraa isin woliin hin jiraadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hiyyeeyyiin hennaa maraa isin woliin jiran, Ani ammo hennaa maraa isin woliin hin jiraadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
hiyyeeyyiin yeroo maraa isinuma woliin jiran, ani garuu yeroo mara isin woliin asitti hin ariggamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiyyeeyyiin yennaa mara isin woliin jiran, ani ammoo yennaa mara isin woliin hin jiraadhu.