Matthew 26:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin fiqiree tana nafa kiyyatti naqiisaan awwalaaf na qopheessite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini aka nafa kiyya awaalaa na kurfeesitufi qayya na nat'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isiin akka nafa kiyya awwaalaa kurfeesituuf qayya nafaatti naa naxxe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin urgoo kana nafa kiyyatti buuftee awwaalaaf na qopheessite.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiin urgoo kana nafa kiyyatti buuftee awwaalaaf na qopheessite.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin shittoo kana ana irratti jissu'uun isi'ii, ana awwaalaaf qopheessu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin fiqiree tana nafa kiyyatti naqiisaan awwaalaaf na qopheessite.