Matthew 26:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudaalle yennaa sanii jalqabee isa dabarsee kenniisaaf daguu barbaadate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga gaafasiti Yudani akuma Yeso gurguratu barbaade.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sunii jalaqabee Yihudaan akkuma Yesusiin gurguratu barbaade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sa'aatii san irraa jalqabee dabarsee isa kennu'uuf hennaa mishaa isaaf tolu soqa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sa'aatii san irraa jalqabee dabarsee isa kennu'uuf hennaa mishaa isaaf tolu soqa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee saa'aatii sanii jala qabee Yesusiin dabarssee ka itti kennu, yeroo mijaayaa ni barbaada ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaalle yennaa sanii jalqabee isa dabarsee kenniisaaf daguu barbaadate.