Matthew 26:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti akkuma Yesuus isaan ajaje, sagalee Jila Irra Dabaramaa qopheessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari waan Yesoni jed'eeni tolche Pasaka kurfeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii waan Yesus jedheen tolchee jila dabarsaa kurfeesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaallee akkuma Yesuus isaan ajaje godhanii Faasikaa qopheessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaallee akkuma Yesuus isaan ajaje godhanii Faasikaa qopheessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee akkuma Yesus isaan ajaje ni raawwatan, Irbaata Ayyaanaa Faasiika'aa'llee ni qopheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti akkuma Yesuus isaan ajaje, sagalee Jila Irra Dabaramaa qopheessane.