Matthew 26:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa galgalootte, Yesuus barattoota ifii kudhanii lamaan woliin nyaatiisaaf tee'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti galgaloomnaani, Yesofi jari isaa tataani sagale nyaatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii galgaloomnaan, Yesusii fi jarii isaa tataa'anii sagalee nyaatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galgala san darasoota ufii barattoota kudha lamman woliin hurbaataaf taa'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Galgala san darasoota ufii barattoota kudha lamman woliin hurbaataaf taa'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo laftti dhiitetti'llee, Yesusii barattoota isaa kudha lamaan woliin, nyaataaf ni taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa galgalootte, Yesuus barattoota ifii kudhanii lamaan woliin nyaatiisaaf tee'e.