Matthew 26:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo nyaatiisatti jiranuu, Yesuus, “Ani dhugumaan isinitti hima, isin keessaa nami tokko dabarsee ana hin keenna” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato sagale nyaatanu, Yesoni waan jed'e, Isani kana keesa nami toko na gurgurata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo sagalee nyaatanuu, Yesus, “Isanii kana keessaa namii tokko na gurgurata” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu waa nyaata'aaran Yesuus, «Ani dhugamaan isiniin jedha, isin keessaa namni tokko dabarsee na kenna» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu waa nyaata'aarani, Yesuus, «Ani dhugamaan isiniin jedha, isin keessaa namni tokko dabarsee na kenna» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yoo nyaatan'llee Yesus, «Dhugamaan isiniin jedha, isin keessaa tokko ana dabarssee ni kenna» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo nyaatiisatti jiranuu, Yesuus, «Ani dhugumaan isinitti hima, isin keessaa nami tokko dabarsee na hin keenna» jedhe.