Matthew 26:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti akka malee gaddanee, badoo bado'oon, “Gootta'a, dhugumaan ana te'inaa?” isaan jedhiisa jalqabane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari guddo lalefate, toko tokooni waan jed'eeni, Aabbo, naa wo taate?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii guddoo laaleffatee, tokko tokkoon, “Aabboo, na wa taatee?” jedhee gagaafate
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guddisanii gaddanii gari gariin isaanii, «Gooftaa'a! ana ta'innaa?» jechuu jalqaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guddisanii gaddanii gari gariin isaanii, «Gooftaa'a, ana ta'innaa?» jechuu jalqaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee waan kanaan haalaan gaddanii, tokko tokkoon isaaniituu yaa Gooftaa, «Ana ta'innaa?» jedha'aa, ni gaafachuunii jala qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti akka malee gaddanee, badoo bado'oon, «Gootta'a, dhugumaan ana te'innaa?» isaan jedhiisa jalqabane.