Matthew 26:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Ka ana woliin harka qorii keyetti dabarsee ana kenna” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'e, Nama qit'a qori keesa naa woliini tuqate nyaachu jiruti na gurgurata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee, “Nama harka qorii keessa kaa'ee qixxaa cuuphaan tuqatee na waliin nyaachuu jiruutti na gurgurata,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Ka ana woliin harka ufii qorii keessa kaayutu dabarsee na kenna» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Ka ana woliin harka ufii qorii keessa kaayutu dabarsee na kenna» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebisee, «Ana ka dabarssee ana kennu, ka anaan woliin qorii keessaa ittoo tuqatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Ka na woliin harka qorii keyetti dabarsee na kenna.