Matthew 26:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi Namaa akkuma marroo isaatiif barreeffante hin du'a, ammoo nama Ilma Namaa dabarsee kennuuf aanne'e! Nami sun silaa adoo dhalatuu dhabee isaaf woyya” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmi Nama aka t'aafiini jette gula dua; ammo gaargala nama Ilma Nama ijeesuti; ira dansa yo sila nami suni duri ind'alatiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ilmii namaa akka barreessiin jette gula du'a; gaargalii ammoo kama nama ilma namaa ijjeessu sun, namii sun yo silaa durii dhalachuu baate irra dansaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Namaa akkuma wonti isaa barreeffame hin du'a. Haa ta'uu ammo, «Nama Ilma Namaa dabarsee kennu san aanne'e! Namni sun silaa uduu dhalachuu baatee isaa woyya» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmi Namaa akkuma wonti isaa barreeffame hin du'a. Haata'uu ammoo, «Nama Ilma Namaa dabarsee kennu san aanne'e! Namni sun silaa uduu dhalachuu baatee isaa woyya» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilmi Namaa akkaatama waayee isaatiif barreeffameetiin ni du'a, garuu Ilma Namaa dabarssee ka kennu nama saniif uunsha'a! Naminni sun uduu dhalachuu dhabaatee isaa woyya ture.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Namaa akkuma marroo isaatiif barreeffante hin du'a, ammoo nama Ilma Namaa dabarsee kennuuf aanne'e! Nami sun silaa adoo dhalatuu dhabee isaaf woyya» jedhe.