Matthew 26:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni muduunuulle fuudhee, Waaqaaf galata galcheen duuba, isaaniif kennee, “Isin martinuu, itti una'a;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mudunu fuud'e, galata deebise, worrati kenne waan jed'eeni, Isaniini ch'ufti d'uga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Muduunuu fuudhee, galata Waaqaa galchee, warraatti kennee, “Hoodhaa isaniin cuftii dhugaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xuwweellee ol fuudhee Rabbiin galatoonfatee isaanii kennee, «Isin maruu itti unaa'a;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Xuwweellee ol fuudhee Rabbiin galatoonfatee, isaanii kennee, «Isin maruu itti unaa'a;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Duloo'llee ol fuudhee kadhannaa galataa eega taasiseen duubatti, akkana jechu'uun isaanii ni kenne, «Marri keessanuu duloo tana irraa dhugaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni muduunuulle fuudhee, Waaqaaf galata galcheen duuba, isaaniif kennee, «Isin martinuu, itti una'a;