Matthew 26:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
kun dhiiga kiyya, ka Gondooroo haareyaa, ka araara cubbuu kolbaa heddu'uutiif dhangala'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini d'iiga kiyya ka wold'aqisa haraa, ka nama hedduu jissani, aka daba nama araaramani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kunin dhiiga kiyyaa ka kakuu waldhaqisa haaraa, ka akka cubbuu namaa araaraman nama hedduu jiguu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun dhiiga kiyya ka waadaa haarawaa ka cubbuu namoota hedduutiif jiguu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kun dhiiga kiyya ka waadaa haarawaa ka cubbuu namoota hedduutiif jigu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kun waayee namoota baayi'eewwanii, dhiifama cubbu'uutiif ka jigu, dhiiga kiyya ka waadaa haarawaati,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kun dhiiga kiyya, ka Gondooroo haareyaa, ka araara cubbuu kolbaa heddu'uutiif dhangala'e.