Matthew 26:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba moototi hayyootaatii fi jarsoti kolba'aa mana hayyicha gudda'aa ka Qayyaaffaa jedhamuutitti wolitti qabamanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qaalole gugurdofi jaaroleeni Yahudi mana Qaallicha ira Gudda, ka Kayafa jed'ani keesati wolwoldeete,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan qaallolee gugurddoo fi jaarroleen Yihudii mana Qaallicha irra guddaa, ka Qayyaafaa jedhanii keessatti walti dhuftee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii hayyichi gadootaatii fi manguddoonni gumi'ii dallawa gadicha guddaa Qayyaaffaa jedhamuutitti wol gayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii hayyichi gadootaatii fi manguddoonni gumi'ii dallawwa gadicha guddaa Qayyaafaa jedhamuutitti walgayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti itti gaafatamoonni, qeesotaatii fi jarsotiin ummataa, moonaa itti gaafatamaa qeesotaa titti wol ni gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba sooreyyiin hayyootaatii fi jaarsoti kolba'aa mana hayyicha gudda'aa ka Qayyaaffaa jedhamuutitti wolitti qabamanee,