Matthew 26:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan faaruu faarsanee, gara gaara ejersaa ol bayane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani sirba toko sirbani gara Gaara Ejersa jed'ani d'aqani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan sirba tokko sirbanii gara Gaara Ejersa jedhanii dhaqan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faaruu haga faarsaniin maayessa gara gaara ejersaa ol bayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Faaruu haga faarsaniin maayessa gara gaara ejersaa ol bayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti faaruu faarffatanii, gara Gaara Ejerssaa ni bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan faaruu faarsanee, gara gaara ejersaa ol bayane.