Matthew 26:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos, isaan, “Isaan martinuu si lakkisanee baqatanulle, ani ijjumaa si lakkisee hin baqadhu” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni waan Yesoni jed'e, Ato nami ch'ufti baqatele, anini si biraa imbaqad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros Yesusiin, “adoo namii cuftii baqateellee, anin si biraa hinbaqadhu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos deebisee, «Yoma isaan martinuu si biraa baqatanillee, ani horomaa si biraa hin baqadhu» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos deebisee, «Yoo isaan martinuu si biraa baqatanillee, ani horomaa si biraa hin baqadhu» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Phexiros, «Kunniin marrinuu yoma si waakkatan'llee, ani gonkumaa si hin waakkadhu!» jedhee, ni dubbatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos, isaan, «Isaan martinuu si lakkisanee baqatanulle, ani ijjumaa si lakkisee hin baqadhu» jedheen.