Matthew 26:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, isaan, “Ani dhugumaan sitti hima, edanuma, iyya lukku'uutiin dura, ati yennaa sad na mormatta” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, D'uguma waan anini siini jed'u, ato kormi luku iniyiini, ati maro sadi na mormatta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesusiilleen, “Dhuguma siin jedhaa, adoo kormii lukkuu hiniyyin, atin marroo sadii na mormatta” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Ani dhugamaan siin jedhaa, edanuma uduu lukkuun hin iyyine harka sadihii na waakkatta» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Ani dhugamaan siin jedhaa, edanuma, uduu lukkuun hin iyyine, harka sadihii na waakkatta» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Dhugamaan siin jedha, adha halkan kanaan uduu lukkuun hin iyyiniin duranatti, yeroo sadihi ana ni waakkata» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, isaan, «Ani dhugumaan sitti hima, edanuma, iyya lukku'uutiin dura, ati yennaa sad na mormatta» jedheen.