Matthew 26:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos, isaan, “Si woliin du'uun yoo na barbaachiselle, ani ijjummaa si hin mormadhu” jedheen. Barattooti martinuu akkasuma jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni waan jed'e, Ato duele, anini si imormad'u. Jari kaleeni akasuma jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros ammoo, “adoo du'eellee, anin si hinmormadhu” jedheen; jarii kaalleen akkasuma jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos ammo, «Yoma ka si woliin du'u ta'ellee ani horoma si hin waakkadhu» jedheen. Darasoonni maruu akkasuma jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos ammo, «Yoma ka si woliin du'u ta'ellee'e, ani horoma si hin waakkadhu» jedheen. Darasoonni maruu akkasuma jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu, «Si woliin du'u'llee yoma ka barbaachisu ta'e'llee, ni du'a malee, gonkumaa si hin waakkadhu!» jedheen. Barattoonni hafan marrinuu, akkanuma kana ni jedhan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos, isaan, «Si woliin du'uun yoo na barbaachiselle, ani ijjumaa si hin mormadhu» jedheen. Barattooti martinuu akkasuma jedhane.