Matthew 26:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni, isaaniin, “Ani qixxee du'aatitti, guddoo gadde; isin as tura'aa, ana woliin dammaqa'aa tee'a'a!” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan worraani jed'e, Naasuuni diquma na inijeesiini. Arma na woliini tataa eega.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
warraan, “Naasuun diqquma na hinijeesinii, arma na waliin tataa'aa eegaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa inni, «Lubbuun tiyya haga du'aa guddiftee gadditeerti. Isin as turaa; na woliin jabaadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa inni, «Lubbuun tiyya haga du'aa guddiftee gadditeerti. Isin as turaa na woliin jabaadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee isaaniin jedhe, «Haga du'aaf gayutti gaddee jira, isin asumatti turaa, ana woliin'llee jabaadhaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni, isaaniin, «Ani qixxee du'aatitti, guddoo gadde; isin as tura'aa, na woliin dammaqa'aa tee'a'a!» jedheen.