Matthew 26:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka ataabe'etti hin gallelle daadimadha'a; ayyaanni dhugumaan fedha qaba, foon ammoo dadhaba'a” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tataa, Waaqa kad'ad'a, aka ilaalacha keesa inseene. Lubbuuni imfeeti, ammo nafi indandau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tataa'aa, Waaqaa kadhadhaa, akka ilaallachaa keessa hinseene. Hafuurii infedhaa, nafii ammoo hindanda'u” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ataabe'etti hin galle jabaadha'aa Rabbiin kadhadhaa'a; Ayyaanni qophaaya'a, foon ammo dadhaba'a»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka ataabe'etti hin galle jabaadha'aa faateffadhaa'a; Ayyaanni qophaaya'a, foon ammoo dadhaba'a» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara qormaataa titti akka hin aseenneef jabaadha'aatii kadhadhaa, Hafuurri dhugamaanuu qophaaya'a, foon garuu dadhaba'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ataabe'etti hin gallelle daadimadha'a; ayyaanni dhugumaan fedha qaba, foon ammoo dadhaba'a» jedheen.