Matthew 26:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammalle dhufee ilti isaanii waan dunquuqotteef, rafiisatti jiranuun dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gadeebinaani worra muugatiini dabsatte rafu arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee gad deebinaan warra mugaatiin dabsattee rafu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee deebi'ee yoo dhufu ijji isaanii dunquqqaayee ka rafa'aaran arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee deebi'ee yoo dhufu ijji isaanii dunquqqaayee ka rafa'aaran arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee gara barattoota isaa deebi'ee yeroo dhufetti, ijji isaanii hirribaan ulffaatanii waan turaniif, rafanii isaan ni argate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammalle dhufee ilti isaanii waan dunquuqotteef, rafiisatti jiranuun dhagge.