Matthew 26:44 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maare ammalle isaan lakkisee, irraa hiiqee yennaa sadeesso'oo, jechootuma duraan jedhe kaan jedhaa daadimate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Yesoni worra biraa deeme, maro sadeeso dubbuma suniini Waaqa kad'ate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee Yesus warra biraa deemee, marroo sadeessoo dubbuma suniin Waaqaa kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee isaan irraa siiqee hennaa sadeesso'ootiifillee akkasuma jedhee faateffate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee isaan irraa siiqee, hennaa sadaffa'aafillee akkasuma jedhee faateffate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebi'ee'llee isaan dhiisee deemeeti, jechuma duraan dubbate san irra deebi'ee dubbachu'uun, yeroo sadaffa'aatiif ni kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ammalle isaan lakkisee, irraa hiiqee yennaa sadeesso'oo, jechootuma duraan jedhe kaan jedhaa daadimate.