Matthew 26:46 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka'aa deennaa! Kunoo, ka dabarsee na kennu dhikaateera” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kakaa, nu yaasa. Kuno, nami na gurguratu kana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kaka'aa, nu yaasaa. Kunoo, namii na gurguratu kanaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Koottaa haa deemnuu! Kunoo, ka dabarsee na kennu dhiyaateeraa» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Koottaa haa deemnuu! Kunoo, ka dabarsee na kennu dhiyaateera» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka'aa haa deeminnuu! Kunoo, ka dabarssee ana kennu dhiyaatee jira!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka'aa deennaa! Kunoo, ka dabarsee na kennu dhikaateera» isaaniin jedhe.