Matthew 26:48 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudaan Yesuus dabarsee kennu, “Nama ani sunqadhu, isa qaba'a” jedhee duraanuu beessisa isaaniif kenneera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yudani akheekha toko worraa kenne, Nami anini d'ungad'u isa, qaba jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudaan akeeka tokko warraa kennee, “Namii anin dhungadhu isaa qabaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudaan dabarsee isa kennu, «Namni ani dhungadhu isaa, isa qabaa'a» jedhee malkata isaanii kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudaan dabarsee isa kennu, «Namni ani dhungadhu isaa, isa qabaa'a» jedhee malkata isaanii kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesusiin dabarssee ka kennu Yihudaan namootaan, «Ka isin barbaadan, ka ani dhungadhuun san waan ta'eef isa qaba'aan!» yoo jedhu, malikata isaanii kennee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaan Yesuus dabarsee kennu, «Nama ani sunqadhu, isa qaba'a» jedhee duraanuu beessisa isaaniif kenneera.