Matthew 26:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudaan akkuma gara Yesuusii dhufeen, “Barsiisa'a, attam nageeyaa!” jedhee sunqate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yudani d'umnaani gara Yeso d'aqe, Aabbo, bultiini nagaya? Jed'e d'ungate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudaan dhumnaan gara Yesus dhaqee, “Aabboo bultiin nagaa?” jedhee dhungate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudaan akkuma gara Yesuusii dhufeen, «Barsiisaa'a! attam nagaya jirtaa!» jedhee isa dhungate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudaan akkuma gara Yesuusii dhufeen, «Barsiisaa'a, attam nagaya jirtaa!» jedhee isa dhungate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudaan'llee bakkumatti dhufee gara Yesusii dhiyaateeti, «Yaa barsiisaa! Nageenni siif haa ta'u!» jedhee, ni dhungateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaan akkuma gara Yesuusii dhufeen, «Barsiisa'a, attam nageyaa!» jedhee sunqate.