Matthew 26:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo, “Kolbaa oddu'utti raafam hin ka'a fa'aa, yennaa jilaa hin tolchinu” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla jilati tolchu himmalle, hegeri biyyiti inch'aarti wolinjed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Hegerii biyyitii incaartii fulaa jilaatti tolchuu hinmalle” waliin jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo, «Gumii eddu'utti nageenni akka hin boorofne guyyaa ayyaanaatiin hin ta'in» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, «Gumii eddu'utti nageenni akka hin boorofne guyyaa ayyaanaatiin hin ta'in» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu, «Ummata jiddu'utti jeeqamnni akka hin kaaneef guyyaa ayyaanaatiin hin ta'in» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo, «Kolbaa oddu'utti raafam hin ka'a fa'aa, yennaa jilaa hin tolchinu» jedhane.