Matthew 26:50 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Jaali, waan hujiisaaf dhutte huji” jedheen. Achiin duuba isaan dhufanee Yesuus jabeessanee qabane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Jaali, waan feetu hurrisi tolchi. Jennaani d'ufani Yeso jabeesani qabani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Jaala waan feetu hurrisii tolchi” isaan jedhe. Jennaan dhufanii Yesus jabeessanii qaban.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Jaalalloo kiyya! waan huju'uuf dhufte huji» jedheen. Achiin maayessa isaan dhufanii Yesuusiin jabeessanii qaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Jaalalloo kiyya, waan huju'uuf dhufte huji» jedheen. Achiin maayessa isaan dhufanii Yesuusiin jabeessanii qaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Yaa waahela kiyya! Eegaa dhimmicha dhuftteef raawwadhu!» jedheen, kanaan duubatti namoonni gara Yesusii dhiyaatanii ni qabaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Jaali, waan hujiisaaf dhutte huji» jedheen. Achiin duuba isaan dhufanee Yesuus jabeessanee qabane.