Matthew 26:53 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Abbaa kiyya yoo gaafadhe, Inni yoosuma ergantoota duula kudhanii lama caalu anaa erguu hin dande'u sitti fakkaataa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini aka yo anini Aabbooni, Qarqaarsa na ergi jed'e, inni duula kud'ani lama ka malaika na ergu imbeetu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin akka yo anin Aabboon, ‘Qarqaarsa naa ergii’ jedhe, innii duula kudhanii lamaa ka ergamtootaa naa ergu hinbeettuu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani uduu Abbaa kiyya gaafadhee, Inni ammo ammuma maleekkota loltuu kudha lamaa caalan waan naa erguu hin dandeenne sitti fakkaataa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani Abbaa kiyya uduu gaafadhee, Inni ammoo ammuma maleekkota loltuu kudha lamaa caalan waan naa erguu hin dandeenne si fakkaataa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee ani Abbaa kiyya uduu kadhadhee, inni hoomaa maleyikkoota kuma baayi'eetti laakkayaman, ka naaf hin ergine sitti fakkaataa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Abbaa kiyya yoo gaafadhe, Inni yoosuma ergantoota duula kudhanii lama caalu naa erguu hin dande'u sitti fakkaataa?