Matthew 26:56 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo wonni raagoti Barreeffama Woyyicha keessatti barreessite akka muummottuuf, tun marti teete” jedhe. Yennaa san barattooti isaa martinuu isa lakkisanee baqatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo wonti kunini ch'ufti aka wonti raagi jed'e, guutamtufi taate. Jennaani jari isaa ch'ufti isa lakise baqate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo wantii kunin cuftii akka wantii raagii jedhe, guutamtuuf taate” jedhe; jennaan jarii isaa cuftii isa lakkisee baqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo kun martinuu wonti ta'eef wonti raattotaan barreeffame akka raawwatamu'uuf» jedheen. Hennaa san darasoonni martinuu Isa dhiisanii dheessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo kun martinuu wonti ta'eef Kitaaboleen raattotaa haa raawwatamu'uuf» jedheen. Hennaa san darasoonni martinuu Isa dhiisanii dheessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garuu kun marrinuu ka ta'eef, wonitti nabiyyootaan barreeffame akka raawwatamuuf.» Yeroo sanitti barattoonni isaa marrinuu, dhiisaniinii ni dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo wonni raagoti Barreeffama Woyyicha keessatti barreessite akka muummottuuf, tun marti teete» jedhe. Yennaa san barattooti isaa martinuu isa lakkisanee baqatane.