Matthew 26:58 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammoo irraa fagaatee haga moonaa hayyicha gudda'aa Yesuus hordofe; keessalle seenee, wonni kun attam akka teetu ilaaliisaaf, eeddota woliin tee'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni isa gula deeme haga ch'icha mana qaallicha gudda, d'aqetiini worra lafa eegu woliini tae, aka waan dubbini buufattuuni ilaalu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros waan dubbiin buufattuun laaluuf haga cichaa mana qaallicha guddaa isa gula deemee, dhaqeetiin warra lafa eegu waliin taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhuma dubbii kanaa argu'uuf dallawa keessa seenee hojjattoota woliin taa'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhuma dubbii kanaa argu'uuf dallawa keessa seenee hojjattoota woliin taa'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu haga moonaa itti gaafatamaa qeesotaa titti Yesusiin fago'oo ni horddofeen, gara keessaa aseenee'llee raawwii dhimmichaa laalu'uuf wordiyyootaan woliin ni taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammoo irraa fagaatee haga badhinna dalleya hayyicha gudda'aa Yesuus hordofe; keessalle seenee, wonni kun attam akka teetu ilaaliisaaf, eeddota woliin tee'e.