Matthew 26:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus Bitaaniya'atti mana Simoonii dur dhukkuba goga'aa farrisiisa'aan qabameeruu adoo jiruu,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Yesoni mana Simoni ka qomaat'a qabu keesa jiru,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bitaaniyaa keessatti adoo Yesus mana namicha Simoon jedhanii ka qomaaxaa qabuu tokko keessa taa'ee sagalee nyaatuu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus Biitaaniya'atti mana Simoonii dhukkuba gogaa kukkutuun qabamee uduu jiru,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus Biitaaniya'atti mana Simoonii dhukkuba gogaa kukkutuun qabamee uduu jiru,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo, Yesus Bitaaniya'atti waashayaa ka ture mana Simoonii ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus Bitaaniya'atti mana Simoonii dur dhukkuba goga'aa farrisiisa'aan qabameeruu adoo jiruu,