Matthew 26:61 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Namichi kun, ‘Ani Galma Waaqaa diigee guyyaa saditti ijaaruu dande'a’ jedheera” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Namichi kunini waan jed'e, Anini dandae Mana Waaqa ch'abse, eegi guyya sadi jaara jed'e jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namichii kunin, ‘Anin mana Waaqaa cabsee, guyyaa sadiitti danda'ee injaara’ jedhe” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namichi kun, ‹Ani mana woyyuu Rabbii kana diigee guyyaa sadihitti ijaaruu danda'a› jedheera» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Namichi kun, ‹Ani mana woyyuu Rabbii kana diigee guyyaa sadihitti ijaaruu danda'a› jedheera» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Naminni kun, ‹Mana Waaqaa ka Waaqeffanna'aa kana diigee, guyyaa sadihitti deebisee ijaaru'uuf ni dandda'a› jedhee yoo dubbatu» jechu'uun, ni dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Namichi kun, ‹Ani Galma Waaqaa diigee guyyaa saditti ijaaruu dande'a› jedheera» jedhane.