Matthew 26:62 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Hayyichi guddaan ol ka'ee, “Waan isaan si irratti dhugaa bayanu kanaaf ati deebii tokkolle hin qadduu?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi guddaani olkae waan Yesoni jed'e, Atini himacha jari kunini si himatu tanaani woma injettu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaallichii guddaan olka'ee Yesusiin, “Atin himachaa jarii kunin si himatu tanaan homaa hinjettuu?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan gadootaa ol ka'ee, «Waan isaan si irratti ragan kanaaf ati waan tokkollee hin deebiftuu?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchaan gadootaa ol ka'ee, «Waan isaan si irratti ragan kanaaf ati waan tokkollee hin deebiftuu?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamaan qeesotaa'llee ka'eeti, «Waan namoonni kunniin sirratti ragaa bayan maraafuu deebii woyiituu hin kennitu ree?» jechu'uun, ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi guddaan ol ka'ee, «Waan isaan si irratti dhugaa bayanu kanaaf ati deebii tokkolle hin qadduu?» jedhe.