Matthew 26:63 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo cadhise. Achiin duuba hayyichi guddaan, “Magannee Waaqa jiraata'aa, ati Masiihii, Ilma Waaqaa yoo teete nutti himi” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni dubbachu dide. Ammalle qaallichi guddaani waan isaani jed'e, Maqa Waaqa jirutiini si kakhachiisa, Yo atini Kristo, Ilma Waaqa taate, nuti himi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo dubbachuu dide. Ammallee qaallichii guddaan, “Maqaa Waaqaa jiruutiin si kakachiisaa, atin yo Kiristoo, ilma Waaqaa taate, nutti himi!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo hin cadhise; Achiin maayessa bulchaan gadootaallee, «Maqaa Rabbii jiraata'aatiin si wogee, ati Kiristoosii Ilma Rabbii yoo taate nutti himi» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo hin cadhise, Achiin maayessa bulchaan gadootaallee, «Maqaa Rabbii jiraata'aatiin si wogee, ati Kiristoosii Ilma Rabbii yoo taate nutti himi» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu ni caldhise. Itti gaafatamaan qeesotaa'llee irra deebi'ee Yesusiin, «Maqaa Waaqaa jiraata'aatiin si qabee jira! Ati Ilma Waaqaa Masihicha akka taate nutti himi!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo cadhise. Achiin duuba hayyichi guddaan, «Magannee Waaqa jiraata'aa, ati Masiihii, Ilma Waaqaa yoo teete nutti himi» jedheen.