Matthew 26:65 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san hayyichi guddaan woyaa ifii tarsaasee, “Inni Waaqa faanshesseera! Dhugaa dhibii maaf barbaanna? Waaqa faanshessuun isinuu dhageettane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qaallichi guddaani woya ufi tarsaase waan jed'e, Atini ya Waaqa arabsite, nu d'uga d'ibi imbarbaannu; armati ya dubbi isaa ta daba d'ageettani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan qaallichii guddaan wayaa ufii tarsaasee, “Innii ya Waaqaa arabsee, nu dhugaa dhibii hinbarbaannu; akka innii Waaqaa arabsee isanuu dubbii isaa ya dhaageettanii;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san bulchaan gadootaa uffata ufii biinxee, «Kunoo Inni Rabbiin arrabseera! Eegasuu ammaa achi ragaa biraa maaf barbaanna?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san bulchaan gadootaa uffata ufii biinxee, «Kunoo Inni Rabbiin arrabseera! Eegasuu ammaa achi ragaa biraa maaf barbaanna?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti itti gaafatamaan qeesotaa dallansu'uun uffata isaa tarsaaseeti, akkana ni jedhe, «Kunoo, Waaqaa irratti dubbii arrabaa dubbatee jira! Isin'llee arraba isaa dhageettanii jirttan! Kana ka caalu ragaa maal barbaachisa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san hayyichi guddaan woyaa ifii tarsaasee, «Inni Waaqa faanshesseera! Dhugaa dhibii maaf barbaanna? Waaqa faanshessuun isinuu dhageettane.