Matthew 26:66 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maan isinitti fakkaata?” jedhe. Isaan deebisanee, “Inni du'uu qaba” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isani maani hereddani? Worri waan jed'eeni, Inni wollaala qaba, duu male jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
isan maan herreddan?” jedhe. Warrii ammoo, “Innii wallaala qabaa, du'uu male” jedhee deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maal isinitti fakkaata?» jedhe. Isaan deebisanii, «Inni haa du'uu» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maal isinitti fakkaata?» jedhe. Isaan deebisanii, «Inni haa du'uu» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa, maal isinitti fakkaata?» Isaan'llee, «Du'atu isaan mala!» jechu'uun, ni deebisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maan isinitti fakkaata?» jedhe. Isaan deebisanee, «Inni du'uu qaba» jedhane.