Matthew 26:70 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo, “Waan ati dubbatiisatti jirtuuyyuu ani hin beeku” jedhee isaan mara duratti mormate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni worra ch'ufa durati mormate, Anini waan atini dubbachu jirtu kana imbeekhu jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo warra cufa duratti mormatee, “Anin waan atin dubbachuu jirtu kana hinbeeku” jedhee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo, «Nama ati jettu kana ani hin beeku» jedhee nama maraa afo'otti waakkate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo, «Nama ati jettu kana ani hin beeku» jedhee nama maraa afo'otti waakkate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni garuu, «Waan ati jettu hin beeku!» jechu'uun isaan mara duratti ni waakkateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo, «Waan ati dubbatiisatti jirtuuyyuu ani hin beeku» jedhee isaan mara duratti mormate.