Matthew 26:71 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa inni gara seensuma karraa dhaqe, durrittiin tajaajiltuun dhibiin isa dhaggitee, worra achi dhaabbateeruun, “Namichi kun Yesuusii nama Naaziretii woliin jiraayyu” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
fullooni bahe. Intalti hojattu toko d'ibileeni isa garte waan jara d'iira tokooni jette, Namichi kunini Yeso Nazareti woliini jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
fuloon ba'e. Intaltii hojjattuu tokko dhibiilleen isa gartee jara dhiiraa tokkoon, “Namichii kunin Yesus Naazireet waliin jira” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa inni gara seensa balbalaa dhaqe ta biraallee isa argitee worra achi jiruun, «Namichi kun Yesuusii nama Naazireetii woliin jira» jette.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa inni gara seensa balbalaa dhaqe, ta biraallee isa argitee, worra achi jiruun, «Namichi kun Yesuusii nama Naazireetii woliin jira» jette.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bayu'uuf gara balbalaa yoo deemu, intaltti hojjatuu manaa ta bira'aa argiteeniiti, namoota achi turaniif, «Naminni kun Yesusii Naazireet woliin ni ture!» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni gara seensuma karraa dhaqe, durrittiin tajaajiltuun dhibiin isa dhaggitee, worra achi dhaabbateeruun, «Namichi kun Yesuusii nama Naaziretii woliin jiraayyu» jette.