Matthew 26:72 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammalle, “Ani namicha hin beeku” jedhee kakatee mormate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Petroni mormate waan jed'e, Inkakhad'a, anini namicha kana fuulale imbeekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee Phexros mormatee, “Hinkakadhaa, anin namicha kana fuulaallee hinbeeku” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lammeessoollee, «Ani isa hin beeku» jedhee kakatee waakkate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lammaffaallee ani isa hin beeku jedhee kakatee waakkate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee, «Nama ati jettu kana hin beekuun!» jechu'uun, kaku'uun deebi'ee ni kakate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammalle, «Ani namicha hin beeku» jedhee kakatee mormate.