Matthew 26:74 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san inni, “Ani namicha hin beeku” jedhee ifi abaaraa kakatiisatti ka'e. Yennuma san lukkuun iyyite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni kakhate waan jed'e, Yo anini isani sobe Waaqi na dabsinna. Anini namicha suni fuulale imbeekhu. Hojuma suni kormi luku iye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros ammoo, “Anin namicha kana fuulaallee hinbeku” jedhee kakatee ufi abaaree, yoma sun kormii lukkuu iyye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san inni, «Ani namicha isin jettan san hin beeku» jedhee uf abaara'aa kakachuu jalqabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san inni, «Ani namicha isin jettan san hin beeku» jedhee uf abaara'aa kakachuu jalqabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Phexiros, «Ani nama kana hin beekuun!» jedha'aa, ufi abaaruu fi kakachuu jala ni qabe. Bakkumatti lukkuun ni iyye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san inni, «Ani namicha hin beeku» jedhee ifi abaaraa kakatiisatti ka'e. Yennuma san lukkuun iyyite.