Matthew 26:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti isaa yennaa dhaggane ammoo, aaranee, “Tun maaf lafatti baddi?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Yeso waan kana arginaani guddo dalane waan jed'e, Maafi waan kana ch'ufa balleesani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii Yesusii waan kana arginaan guddoo dallannee, “Maaf waan kana cufa balleessan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaa hennaa argan aaranii, «Kun maaf lafatti bada?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaa hennaa argan, aaranii, «Kun maaf lafatti bada?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee kana arganii dallananiiti, akkana ni jedhan, «Shittoon kun maali'iif tasatti bade!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti isaa yennaa dhaggane ammoo, aaranee, «Tun maaf lafatti baddi?