Matthew 26:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Fiqireen tun karra guddo'otti gurgurantee, beeseen sun worra hiyyeeyyi'iif silaa hin kennamaayyu” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ad'a kana sila beese guddoti gurgurani hiyyeeyi qoodu dandaani jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhadhaa kana silaa beesee guddootti gurguranii hiyyeeyyii qooduu hindanda'an” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Urgoon kun gatii gudda'atti gurguramee birriin sun silaa hiyyeeyyi'iif uduu kennamee woyya» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Urgoon kun gatii gudda'atti gurguramee, birriin sun silaa hiyyeeyyi'iif uduu kennamee woyya» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Shittoon kun gatii baayi'e'etti gurguramee, hiyyeesotaaf kennamuu ni danda'ama ture!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fiqireen tun karra guddo'otti gurgurantee, beeseen sun worra hiyyeeyyi'iif silaa hin kennamaayyu» jedhane.