Matthew 27:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Philaaxoos, “Waan hedduu isaan si himatanu ati hin dhageettuu?” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Pilatoni waan Yesoni jed'e, Waan worri si himate kana ind'ageetu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Philaaxos Yesusiin, “Waan warrii si himate kana hindhageettuu?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Philaaxoos namni hagamii akka sitti rageesse hin dhageettuu? jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san Philaaxoosi namni hagamii akka sitti rageesse hin dhageettuu? jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Philaaxos, «Waan meeqaan yoo si himatan, hin dhageettu ree?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Philaaxoos, «Waan hedduu isaan si himatanu ati hin dhageettuu?» jedheen.