Matthew 27:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Jila Irra Dabaramaa, bulchaan biyyaa Philaaxoos worra hidhamane keessaa nama tokkocha, ka kolbaan gaafatte aadaa hiiku qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya jila Pasaka ch'ufa, hayyuuni nama hid'ani toko, ka gumiini kad'atte, gadi lakisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa jila dabrsaa cufa, hayyuun nama hidhan tokko, ka gumiin kadhatte, gad lakkisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ayyaanaa san mootiin biyyaa nama hidhame ka baniin jaalatu tokko isaanii hiikuu aadaa qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa ayyaanaa san mootiin biyyaa nama hidhame ka baniin jaalatu tokko isaanii hiikuu aadaa qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bulchaan'llee woggamaan yeroo Ayyaana Faasiikaa Yihudotaa titti akka isaaniif hiiku, ummanni hidhamaa tokko hiikee isaaniif akka gad dhiisuu barsiisee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Jila Irra Dabaramaa, bulchaan biyyaa Philaaxoos worra hidhamane keessaa nama tokkocha, ka kolbaan gaafatte aadaa hiiku qaba.