Matthew 27:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san namichi hantuu hujiisaan beekkame tokko, ka Barabbaa jedhamu, hidhaa keessa jiraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi namicha nami ch'ufti beekhu tokoti jira, ka Yeso Baraba jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafas namicha namii cuftii beeku tokkootti jira, ka Barabbaa jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san nama dharaan beekkamu ka Baarbaan jedhamu tokko mana hidha'aa keessa jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san nama dharaan beekkamu ka Baarbaan jedhamu tokko mana hidha'aa keessa jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti «Barabbaan» ka jedhamee fi gocha isaa ka dabaatiin ka beekkame, hidhama'aatu jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san namichi hantuu hujiisaan beekkame tokko, ka Barabbaa jedhamu, hidhaa keessa jiraayyu.